Ebba Von Medem. Tragödie...
IDA'AMUU (Medemer in Afaan Oromo) is the first book by Nobel Peace Prize awardee and Prime Minister of Ethiopia, Abiy Ahmed since he came to power in 2018. In the book, the prime minister advocates for a fresh, Ethiopian-centric approach to the country’s politics, citing the past half-century when previous administrations applied successful ideologies and theories from outside of Ethiopia that failed, being alien to Ethiopian problems and realities. Dr. Abiy calls for reversing the trend of importing ideologies for a renewed Ethiopian political ideology that emanates from Ethiopia’s social-political context and taps into the country’s historical and cultural values.
------
Kitaabni Ida’amuu badhaafamaa Noobelii nageenyaa kan ta’an Ministirii Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) erga gara aangoo Muummichaa Ministeerummaatti dhufanii kitaaba jalqabaa isaan barreessani dha. Qabiyyeen kitaaba kanaa rakkoo siyaasaa biyya Itoophiyaa furuudhaaf haala qabatamaa biyya keessaa xiinxaluudhaan yaadama yookiin falaasama siyaasaa haaraa biyya keessaa burqisiisuun akka barbaachisa fi murteessaa ta’e akeeka. Yaadamni siyaasaa nuti akkasumatti biyya alaa irraa ergifachaa turre rakkoo siyaas-diinagdee biyya keenyaaf furmaata waaraa akka hin argamsiisne muxannoon nuti akka biyyaatti jaarraa walakkaa oliif qabnu ragaa dha. Sababa kanaaf, rakkoo siyaas-diinagdee biyya Itooophiyaa furuudhaaf, kitaabni Ida’amuu aadaa fi duudhaa biyya keessaa bu’uura godhachuudhaan yaadama yookiin falaasama siyaasaa haaraa biyya Itoophiyaaf tolu kan akeeku dha.
Kitaabni kun kutaa afur (4) kan of-keessatti qabate yommuu ta’u, falaasamoota addunyaa irratti yaalaman adda addaa xiinxaluudhaan, muxannoo idil-addunyaa haala qabataamaa biyya keenyaa waliin wal-simatan irratti hundaa’uudhaan yaadama haaraa biyya keessaa burqisiisuun akka barbaachisu akeeka. Kanaaf, kitaabni Ida’amuu, akka kanaan dura biyyaa keenyatti barsiifatame qofaa qofaa keenya fiiguu irra humna, qabeenya, beekumsaa fi dandeetti qabnu mara walitti fiduudhaan dilboo yookiin horata guddaa uummachuu qabna jedhee jajjabeessa.
Discover your next great read at BookLoop, Australiand online bookstore offering a vast selection of titles across various genres and interests. Whether you're curious about what's trending or searching for graphic novels that captivate, thrilling crime and mystery fiction, or exhilarating action and adventure stories, our curated collections have something for every reader. Delve into imaginative fantasy worlds or explore the realms of science fiction that challenge the boundaries of reality. Fans of contemporary narratives will find compelling stories in our contemporary fiction section. Embark on epic journeys with our fantasy and science fiction titles,
Explore our new releases for the most recent additions in romance books, fantasy books, graphic novels, crime and mystery books, science fiction books as well as biographies, cookbooks, self help books, tarot cards, fortunetelling and much more. With titles covering current trends, booktok and bookstagram recommendations, and emerging authors, BookLoop remains your go-to local australian bookstore for buying books online across all book genres.
Stay updated with the literary world by browsing our trending books, featuring the latest bestsellers and critically acclaimed works. Explore titles from popular brands like Minecraft, Pokemon, Star Wars, Bluey, Lonely Planet, ABIA award winners, Peppa Pig, and our specialised collection of ADHD books. At BookLoop, we are committed to providing a diverse and enriching reading experience for all.
If you have any questions before making a purchase chat with our online operators to get more information.
or find our Questions & Answers